header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Hoggantoonni Majliisa Naannoo Somaalee aangoo lakkisaan

Guyyaa har’aa magaalaa Jigjigaatti Prezdaantiin  naannichaa Obbo Musxafaa Muhammad Umar hoggantoota majliisaa, Ulamaa’otaa fi daa’iiwwan waliin dhimma majliisa naannichaa irratti mari’atee jira.

 

Ummatni Naannichaa marii kana irratti miidhaa hoggantoota majliisa naannichaatiin isaan irra gahaa ture bal’inaan kan ibsan yoo tahu, hoggantoonni majliisaatis rakkoo ture hundaaf dhiifama gaafatuun aangoo lakkisuu odeeffannoon arganne ni addeessa.

 

Dhuma irrattis ummanni hoggantoota haaraya majliisa naannichaa akka hoggananiif filatuun mariin kan goolabame tahuun beekameera.

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button