header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Haleellaa waraanni Liyyuu Poolisii  Aanaa Mayyuu Mulluqqee keessatti  raawwateen lubbuun namaa darbe

Alhada har’aa waraanni liyyuu poolisii Godina Harargee Bahaa aanaa Mayyuu Mulluqqee keessatti  dhalataa Oromoo tokko ajjeessuun kan biraa immoo madeessuu odeeyfannoon ni addeessa.

 

Namni ajjeefame maqaan isaa Yoonaas Nugusee kan jedhamu yoo tahu, Konkolaachisaa makiinaa boottee bishaan fe’atee araddoota adda addaatti geessaa ture akka tahee fi namni madaa’e immoo dargaggoo Walii Sheekaa jedhamu tahuu maddeen gabaasan.

Haleellaa Mayyuu mulluqqee3

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button