header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Muummichi ministeera Paakistaan Malik Salmaan waliin mari’ate

Imraan Khan baatii dabre Muummicha ministeeraa Paakistaan tahuun eega filatamee booda, daaw’annaa biyyoota Baha jiddugalaa kaleessa gara Sa’udii imaluun jalqabe. Arba’aa har’aa magaalaa Jiddaa keessatti Malik Salmaan waliin kan mari’ate tahuun beekameera.

 

Ejensiin Odeeyfannoo Sa’udii akka gabaasetti, hoggantoonni lameen dhimmoota nannichaa fi hariiroo biyyoota lamaanii irratti mari’atan. Imraan Khan guyyaa boruu gara Emreets imaluun Abu Daabii keessatti dhaaltuu Gonfoo biyyattii Muhammad Bin Zaayid waliin ni mari’ata jedhamee eegama.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button