OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
ODUU GAMMACHUU Nuuralhudaa irraa

Akkuma beekamu Miidiyaan Nuuralhudaa waggaa 2 oliif Social Media irratti hawaasa intarneeta fayyadamu tajaajilaa turee jira. hojii kana gara sadarkaa internaashinaalaatti guddisuuf Ameerikaa Kutaa Minnesota irraa hayyama hojii fudhannee tarkaanfii itti aanutti cehuuf sochii kan eegalle yoo tahu; Biyya keessattis waan barbaachisu hunda guuttannee kallattii barbaadamu hundaan hawaasa keenya tajaajiluuf hojii aarsaa guddaa barbaadutti kan seenne tahuu gammachuu guddaan isin beeksisna.
Bulchiinsa Walii galaa Garee Sumayyootaafi Bilaalotaa fi
Bulchiinsa Miidiyaa Nuuralhudaa irraa
Mashallah rabbiin isin hagargaaru, jabaadha!!
yaa mashaa allaah
mashaa allaah
kun hawwii kheenyaa guuddaa rabbiin bakkan nuuf haa gahuu in shaa allaah.
waan akkan namaa gamachisaati alhmduliillaah rabbil alamiin!jabaadhaa rabbi hojii kheysaan kanaa anumaafi isiinin haa jedhuu!
الØمدالله رب العا لمين ØŒKallani Rabbiif Haajiraa Isiniifis Rabbiin Gallata keessan Jannataan haagalchu Xaariiteessan huddaa Jazaan Firdowsii haata’u Nuuf jajabaadha nutis Caqaftoonni Nuural hudaa Waan Nurraa eegamu Gamahudaanuu Isiwaliin jirraa Abshiruuuuuu TV Lee Ammaa nuufbatanii Asham Nuural Hudaa Huddee Islaamummaa Nuutaatee Abshiruuu
Maasha Allah Allaahu Akbar waan hunda isiniif haalafisu rabbiin
Masha’aallha Masha’aallha tabarikallha rabbiin siiniraa haa jallattuu
السلام عليكم ورØمة الله وبركاته كي٠Øالكم يا جمعة الخير ثم أقول لكم بارك الله Ùيكم جميعا Hedduu isinitti gammadne RNH soora qalbii muslimaa
yaanni koo miidiyaan kun kana caalatti akka nuuf babal’atu biyya keessaaf biyya alaatittis kan jedhu yaada qaba yeroo dheeraaf yaadaa tures alhamdu lillaah
nuuf jiraadhaa
NAGAHA WAJJIIN