header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Paartiin Naannoo Amaaraa Bulchaa jiru maqaa fi Asxaa jijjiirate

Paartichi kora isaa 12ffaa magaalaa Bahir Daaritti kan geggeessaa jiru yoo ta’u, maqaa duraanii Sochii Dimokiraatawaa Saba Amaaraa (Amhara National Democratic Movement-ANDM) irraa gara Paartii Dimokraatawaa Amaaraa (Amhara Democratic Party- ADP)tti jijjiiruu beeksiise. Haaluuma walfakkaatun Asxaa isaatiis jijjiiruun beekameera.
Paartichi ibsa kaleessa baase irratti hoggantoota naannichaa yakka raawwatan irratti tarkaanfii kan fidhatu tahuu ibse. Ji’a darbe keessa Paartiin ANDM Obbo Barakat Sim’oonii fi Obbo Taaddase Kaasaa koree jiddu galeessa dhaabbatichaa irra ittisuun ni yaadatama.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button