header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Ministeerri haajaa alaa hojjattoota 90 Imbaasotaa fi qonsilaawwan irraa gara biyyaa yaame

Ministeerri haajaa alaa ibsa baaseen, hojjattoonni gara biyyaattti yaamaman namoota Imbaasotaa fi qonsilaawwan Itoophiyaa biyyoota gara garaa keessa waggaa dheeraaf hojjataa turan tahuu beeksise. Hojjattoonni yaamaman baatii lama keessatti gara biyyaa deebi’anii  waajjira muummee ministeera haajaa alaatti akka gabaasan ajajaman.

 

Gara biraatiin ammoo dippiloomaatonni 130 leenjii eega fudhatanii booda, gara biyyoota itti ramadamaniitti kan ergaman tahuu gabaasni arganne ni mul’isa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button