header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Walitti bu’iinsa Poolisoota Federaalaa jiddutti uumameen lubbuun namaa dabre

Magaalaa Finfinnee naannoo Wolloo Safar jedhamutti walitti bu’iinsa poolisoota federaalaa jiddutti muudateen, poolisoonni 2 yoo du’an, 4 madaa’aniiru. Poolisiin yakkicha raawwate harka kennachuu diduu isaatin kan ajjeefame tahuu Komishiiniin poolisii Federaalaa beeksise.

 

Magaalaa Finfinnee keessatti daandiileen heddu cufamanii kan turan yoo tahu, yeroo ammaa rakkoon ture too’annaa jala oolu hordofuun, daandiileen cufaman hundi banamuu poolisiin himeera.

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button