OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Magaalaan Finfinnee haala hin beekaminiin muddama keessa kan galte tahuu gabaafame

Naannawa Masaraa mootummaa Araatkiloo jirutti waraanni Makkalaakayaa “gaaffii Mindaan”wal qabate kan kaasan tahuu gabaasaaleen ni mul’isu. Akka odeeyfannoon naannawa irraa bahaa jiru mul’isutti, loltoonni Makkalaakayaa konkolaataa Baasii lamaan dhufanii kan nannaawa Masaraatti argaman tahuu fi Itti aanaan muummicha ministeeraa loltoota kanneen kan haasofsiisaa jiru tahuus odeeffannoon kun ni addeessa.
Daqiiqaa muraasa dura ammoo magaalaa Finfinnee keessatti Intarneetiin kan addaan cite tahuu beekamee jira. Haala magaalaa Finfinnee keessa jiru kana hanga ammaatti qondaaltota mootummaa irraa ifatti wanti himame hin jiru.
Alhamdulillah
rabin ngy haa busuu walay yestir ala ardina oromia