header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Gareen Sumayyootaaf Bilaalotaa Ustaaz Abdurrahmaan Huseen Makiinaa badhaase.

Gareen Sumayyootaaf Bilaalotaa hundeessaafi hogganaa garee kanaa kan tahan Ustaaz Abdurrahmaan Huseen (Xaalibu Ridallaah) makiinaa hojii da’waatiif tahu bitanii badhaasan. hoggantoonniifi Miseensonni garee kanaa kan biyya keessatti argaman, guyyaa har’aa magaalaa Shaashamannee mana jireenyaa Ustaaz Abdurrahmaan Huseenitti sagantaa du’aa’ii qopheessuun, badhaasa kidmaa diiniitiif tahu harkaan gayanii jiru. dhimma sagantaa du’aa’ii kana irratti xiyyeeffachuun in shaa ALLAAH boru galgala sagantaa isiniif dhiheeysinu qabna.

5 Comments

  1. yaa Masha Allah masha Allah rabbii umriii isaani nuuf haa dhereessuu kidamaa dinii irraati in shaa Allah. I am so happy wolhi! waan hedduu namaa gamachisu yaa sumayyota fi bilalotaa tenaa rabbii duniyaa akkeraa isiin haa gamachisuu akkaa isiin kidma dinii biraa dhabatan kanatii rabbiin guddan anumaaf isinin haa jedhuu!

    I LOVE SUMAYS AND BILALS❤

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button