header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sagantaan marii Daa’iilee Islaamaa fi Barsiisota kiristaanaa jiddutti Aanaa Adaamii Tulluu keessatti gaggeeffame

Sagantaan marii kun Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu ganda Urgoo macaafaa jedhamu keessatti geggeeffame. Mariin kun daa’ilee beekkamoo Ustaaz Xaalibuu Ridallaah, Ustaaz Qamar Huseen fi barsiisota amantaa Kiristaanaa jiddutti kan geggeefame yoo tahu, marii kana hordofuun namoonni 20 gara Amantaa isaanii kan dhalootaa Islaamummati deebi’uun beekameera.

Haaluma walfakkaatuun torbee darbes sagantaa Da’awaa godina Booranaa keessatti godhamee ture irratti, aanaa Dubuluq ganda Horsiisee Buula Raanchiitti namoonni 50 Islaamummaa qabatuun ni yaadatama.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button