header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sagantaan Da’awaa Guddaan Aanaa Gooroo Guutuu araddaa Badhisaatti geggeeffame

Kaayyoon sagantaa kanaa Halaqaa Ilmii hundeessuu yoo tahu, Ulamaa’onni fi Ustaazonni iddoo adda addaa irraa dhufan, akkasumas hawaasni muslimaa naannawa sanii lakkoofsaan hedduu saganticha irratti argamuun qooda fudhatanii jiru.

Ulamaa’ota fi Ustaazota sagantaa kana irratti argaman jidduu;

  1. Sheik Aadam Tuulaa hangafa ulamaa’otaa
  2. Sheik Aliyyii Caatii sheeka nahwii beekamaa
  3. Sheik Umar Ismaa’il -Awwadaay irraa
  4. Sheik Jamaal Haajii-Awwadaay irraa
  5. Sheik Amiin ibroo-Dirre Dhawaarraa
  6. Munshid Mikaa’il Huseen -Dirre Dhawaarraa
  7. Munshid Abduush Aliyyii-DirreDhawaarraa
  8. Munshid Najjaash Muhammad- Dirre Dhawaarraa
  9. Munshid Sheik Abdallaa Ahmad -Dirre Dhawaarraa

10.Sheik Abdallaa Ibraahim -Hirnaarraa

  1. Sheik Aadam Ahmad-Baroodarraa

 

Akkasumas Jilli Ustaaz Xaalibuu Ridallahn hogganamu Shaashamannee irraa garasitti imaluun sagantaa kana irratti kan argame tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button