header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sagantaan Da’awaa guddaan magaalaa Asallaatti geggeeffame

Sagantaan kun Jama’aa Asallaatiin kan qophaa’e yoo tahu , mata duree gara garaa irratti muhaadaraan daa’iiwwan gurguddoo hedduun kennamuu odeeyfannoon ni addeessa. Ummanni magaalaa Asallaa lakkoofsaan heddu tahe sagantaa kana irratti argamee jira.

Daa’iiwwan sagantaa kana irratti argaman jidduu:

Ustaaz Abdurrahmaan Huseen Shaashamannee irraa
Dr Kamaal Magaalaa Adaamaa irraa
Ustaaz Ibsaa Hasan magaalaa Roobee Baale Irraa
Ustaaz Abdunaasir Abdii Shaashamannee irraa
Ustaaz Aadam Shaashamannee irraa
Akkasuma daa’iiwwan biro heddu saganticha irratti kan hirmaatan tahuun beekkameera

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button