header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sheikh Abdallaah Sheikh Ismaa’il gara ganda Aakhiraa godaanan

Innaa Lillaahi Wa Innaa Ileeyhi Raaji’uun!

Aalimni guddaan biyya keenyaa Sheikh Abdallaah barnoota diinii biyyoota  Masr fi Suudaan keessatti baratuun gara biyyaa eega deebi’anii booda Ilmii barsiisaa turan. Keessumaahuu barnoota Nahwii magaalaa Shashamannee keessatti yeroo dheeraaf kan barsiisaa toran yoo tahu, Madrasaa Salafiyaa kan magaalaa Roobee Baalee keessattis barsiisaa turan.

 

Sheikh Abdallaah’n Waggaa lamaaf dhukkubsatanii wal’anaama eega turanii booda, guyyaa kaleessaa gara ganda Aakhiraa godaanan. Guyyaa har’aa immoo  iddoo ulamaa’onni gurguddoon argamanitti magaalaa Roobee Baalee keessatti sirni awwaalcha isaanii raawwatame jira.

 

 

 

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button