OdeeyfannooUSA

Ameerikaa kutaa Kaalifoorniyaa keessatti haleellaa raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 12 ajjefaman

Namichi hidhate mana dhugaatii tokko keessatti dhukaasa baneen yoo xiqqaate namoonni 12 ajjeefamuun, 10 ol ammoo kan madaayan tahuu poolisiin beeksise. Namtichi halellaa kana raawwates kan du’e yoo tahu,haleellaa har’aa Kibba Kaalifoorniyaa magaalaa Thousand Oaks keessatti raawwatame kanaan, namootni ajjefaman heddu barattoota Kolleejjii akka tahan gabaasni arganne ni ibsa.

 

Odeeyfannoo birootiin ammoo Abbaan Alangaa Waliigalaa Jeff Session taayitaa gad lakkise. Mr Session xalayaa hujii gadi lakkisuu Prezdaant Traamp’f erge irratti, gaafii Prezdaantichaatiin hujii isaa gad lakkisuu ibse.

 

 

One Comment

Comment

Related Articles

Back to top button