header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Haaji Huseen Haaji Muhammad gara ganda aakhiraa godaanan

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN!

 

Aalimni guddaan biyya keenyaa Haaji Huseen Haaji Muhammad biyyoota adda addaa keessatti ilmii baratuun gara biyya isaanii deebi’anii hawaasa Muslimaa kan tajaajilaa turan yoo tahu, Arba’aa dheengaddaa salaata Fajrii booda gara ganda aakhiraa godaananii jiru. Sirni awwaalcha isaaniitis guyyaa kaleessaa November 15, 2018 Godina Arsii Aanaa Roobee keessatti, bakka ulamaa’onni gurguddoo fi hawaasni muslimaa lakkoofsaan heddu tahe argametti raawwatamee jira.

 

Sheekha keenya Rabbiin Jannataan haa qananiisu. Maatii isaaniitiifi hawaasa isaan dhabeefis jajjabina hawwina.

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button