header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Muummichi ministeeraa Boordii Filaannoo Biyyoolessaa fi Komishiinii mirga namoomaa Ityoophiyaa akka hoggananiif kaadhimamtoota Paarlaamaaf kan dhiheessu tahuu gabaafame

Paarlaamaan walgahii Idilee isaa guyyaa boruu geggeessu irratti, Boordii Filaannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Komishiinii mirga namoomaa Ityoophiyaa akka hoggananiif, kaadhimamtoota muummichi ministeeraa dhiheessu ni raggaasisa jedhamee eegama.
Dabalataanis koree dhaabbii mana mariichaa raagasiisuuf wixinee fooyya’ee qophaa’e qoratuun sagalee kan irratti kennu tahuus odeeffannoon ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button