OdeeyfannooUSA

Sheikh Abdurrahiim Ahmad Dooyyoo Islamic University of Minnesota irraa Digrii lammaffaatiin eebbifaman

Ameerikaa kaabaa kutaa Minnesota keessatti Imaamaa fi Khaaxiba Masjiida Tawhiid kan tahan Sheikh Abdurrahiim Dooyyoo, Yuunivarsiitii “Islamic University of Minnesota”jedhamu irraa digrii lammaffaatiin kan eebbifaman ta’uu gabaafame.

Sheikh Abdurrahiim Dooyyoo Digirii isaanii kan jalqabaa Yuunivarsitii Islaamaa biyya Suudaan magaalaa Khaartuum keessatti argamu, kan “African University”jedhamutti kan baratan tahuun beekamee jira.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Related Articles

Back to top button