OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Qaxar Magalaa Finfinnee keessatti Hospitaala Waldhaansa Dhibee Kalee ijaaruuf tahuu gabaafame

Ministeerri Fayyaa Amiir Amaan fi Ityoophiyatti Ambaasaaddarri Qaxar Hammaad Al-Dawsari har’a kan mar’atan yoo tahu, mootummaan Qaxar gama dhaabbata biyyattii “Qatar Foundation”jedhamuutiin, hospitaala dhibee Kalee qofa yaalu Finfinnee keessatti ijaaruuf akka tahe beekamee jira.

 

Comment

Related Articles

Back to top button