OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Miseensonni Koree hawaasa muslimaa ministera nageenyaa waliin mari’atan
Marii kanaan Koreen jijjiirama dhaabbiilee hawaasa muslimaa dhimmoota hanga ammaa hojjate fi kanneen fuul duraaf hojjatuuf karoorfame irratti ibsi kan kenname yoo tahu, rakkoowwan hanga hardhaatti isaan qunnames ministeera nageenyaatiif ibsuu gabaafame.
Ministeerri nageenye Aadde Mufariyaat Kaamil yaada kenniteen, qaama hujii koree danquuf socho’u tokkollee obsaan kan bira hin darbine tahuu fi akkasumas tokkummaa ummataatiif jecha koree kana waliin qindoominaan hojjatuuf qophii tahuus ibsite.