header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
BreakingOdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Magaalaa Mooyyalee Humni Federaalaa akka too’atu ajajamuu gabaafame

Lola hamaa godina Booranaa magaalaa Mooyyalee keessaatti hidhattonni naannoo Soomalee meeshaa waraanaa gurguddaan geggeessaa jiran hordofuun, humni Federaalaa magaalaatti akka too’atu bulchitoonni naannolee lamaanii walii galuu gabaafame .

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button