header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Lammiileen Ityoophiyaa 451 mana hidhaa Sa’uudii irraa lakkifamuun gara biyyaatti deebi’uu gabaafame

Ministeerri haajaa alaa Ityoophiyaa lammiileen Ityoophiyaa 451 Sa’uudii magaalota Jiddaa, Jiizaan fi naannolee adda addaa keessatti hidhaa irra turan lakkifamuun gara biyyaatti kan deebifaman tahuu ibse.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button