header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Haroo Xaanaa keessatti Bidiruun namoota 9 fe’attee imalaa turte dhidhimuu gabaafame

Bidiruun naannawa Bahaar Daar irraa namoota 9 fe’attee gara iddoola Daqi jedhamtutti imalaa turte, ganama har’aa dhidhimuun namoonni saglanuu achi buuteen kan dhabame tahuu dhaabbatni traanspoortii Xaanaa beeksise. Dhaabbatichi imaltoonni hundinuu kan du’an tahuu ibsus, hanga galgala kanaatti reeffi nama tokkoo qofa kan argame yoo ta’u, namootni hafan ammoo kan barbaadamaa jiran tahuu beekameera.

Sababni balaa kanaa maal akka tahe wanti ibsame hin jiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button