header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
BreakingOdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Naannoo Tigraay Magaalaa Shiree keessatti Makiinotaa fi meeshaaleen waraana makkalaakayaa gurguddaan ugguramuu gabaafame

Ummanni magaalattii milishaan naannichaa waliin tahuun meeshaan waraanaa tokkollee naannichaa bahuu hin qabu sababa jedhuun, Ooraalii Makkalaakayaa 60 dabalatee meeshaalee waraanaa gurguddaa heddu akka hin sochoone kan ugguran tahuun beekamee jira.

3 Comments

  1. Asamaleeykum waramatullaah wabarakatuh odeeffaannoo waktawwaa yeroodhaan ummaata keessaaniif gahu keessaaniif baayee isin galatoofanna

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button