header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Komishiiniin Poolisii magaalaa Finfinnee miseensota 184 hojii irraa ari’uu gabaafame

Komishiiniin Poolisii magaalattii odeeyfannoo hawaasa fi qaamota gara garaa irraa funaane irratti hundaa’uun qorannoo eega geggeessee booda, miseensota poolisii184 kanneen yakka gurguddaa raawwatanii fi akkasumas warra qajeelfama dhaabbatichaa cabsanii argaman irratti tarkaanfii hojii irraa ari’uu kan fudhate tahuu FBC’n gabaase.
Dabalataanis miseensonni poolisii yakka ol-aanaa raawwatuun shakkamanii too’annaa jala oolfaman, kan qoratamaa jiran tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button