header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sheikh Kamaal Abbaa Simal gara ganda Aakiraa godaanan!

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN!

Sheikh Kamaa Abbaa Simal dhukkubsatanii biyya keessaa fi alattis wal’aanama kan turan yoo ta’u galgala hardha kan Aakiraaman tahu beekame. Sheikh Kemaal yeroo lubbuun turanitt waggoota dheeraf barattoota Yunivarsitii Jimmaa Ilmii Diinaal Islaam barsiisaa turan. Yoo Rabbiin jedhe guyyaa har’aa sirni Awwaalcha isaanii magaalaa Jimmaatti ni geggeeffama.

Maatii f Firoottan isaaniitii Rabbiin Sabrii haa kennuuf, Isaanis Jannatul Firdoowsiin akka waffaqu Rabbi kadhanna.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button