OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Sagantaan eebba Kolleejjii Imaamu Shaafi’ii magaalaa Adamaatti geggeeffamaa jira

Sagantaa eebbaa Kolleejjii Islaamaa kan jalqabaa kana irratti ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa , abbootiin qabeenyaa fi aanga’oonni biyya keenya irratti hirmaataa jiru. Dabalataanis ummanni magaalaa Adaamaa Kuma heddutti lakkaahamu sirna kanarratti argamee jira.
Keessummoota argaman jidduu :
- Dr.Jeylaan Khadiir
- Dr.Abdalla Turkirraa
- Dr.MuhammadKamaal
- Sheikh Alii Jimmaa, Keeniyaa irraa
- Sheikh Hajjii
- Sheikh Jamaal Baddeessaa
- Muftii umar Idriis
8.Sheikh Saafii
10.Ustaaz Ahmaddiin Haamid
10.Ustaaz Kaamil shamsuu
11.Ustaaz Abubakar Ahmad
12.Ustaaz Ahmaddiin Jabal
14.Obbo Taayyee danda’aa
15.Ustaaz Qamar Huseen
16.Kantiibaa magaalaa adaamaa Obboo masfin Asaffaa akkasumas fi hayyoolee fi daa’iileen heddu keessatti argamu.