header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sagantaan eebba Kolleejjii  Imaamu Shaafi’ii magaalaa Adamaatti geggeeffamaa jira

Sagantaa eebbaa Kolleejjii Islaamaa kan jalqabaa kana irratti ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa , abbootiin qabeenyaa fi aanga’oonni biyya keenya irratti hirmaataa jiru. Dabalataanis ummanni magaalaa Adaamaa Kuma heddutti lakkaahamu sirna kanarratti argamee jira.

Keessummoota argaman jidduu :

  1. Dr.Jeylaan Khadiir
  2. Dr.Abdalla Turkirraa
  3. Dr.MuhammadKamaal
  4. Sheikh Alii Jimmaa, Keeniyaa irraa
  5. Sheikh Hajjii
  6. Sheikh Jamaal Baddeessaa
  7. Muftii umar Idriis

8.Sheikh Saafii

10.Ustaaz Ahmaddiin Haamid

10.Ustaaz Kaamil shamsuu

11.Ustaaz Abubakar Ahmad

12.Ustaaz Ahmaddiin Jabal

14.Obbo Taayyee danda’aa

15.Ustaaz Qamar Huseen

16.Kantiibaa magaalaa adaamaa  Obboo masfin Asaffaa  akkasumas fi hayyoolee fi daa’iileen heddu keessatti argamu.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button