header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

BREAKING: Haleellaa Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessatti raawwatame hordofuunpoolisii fi hidhattoonni walitti dhukaasaa jiran

Haleellaa Keeniyaa magaalaa Naayirobii keessatti raawwatame hordofuun poolisii fi nammoonni hidhatan kan walitti dhukaasaa jiran tahuu miidiyaaleen biyyattii gabaasaa jiran. Haleellaan kun naannawa magaalattii West Land Riverside jedhamu keessatti akka raawwatamee fi  Hotela Dusit jedhamu keesstti akka tahe gabaafame.

 

Dhoohinsi cimaan eega dhagahamee booda dhukaasni kan itti fufe akka taheefi  konkolaattonni kan gubataa jiran tahuunis beekkamee jira.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button