header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Naannoo Kibbaa Magaalaa Arbaa Mincitti sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffamaa jira

Sagantaa kana irratti hawaasni muslimaa lakkoosaan guddaa ta’e kan hirmaataa jiru yoo ta’u, hordoftootni amantaa birootis saganticha kan hordofaa turan ta’uu odeeyfannoon ni ibsa.

Keessummoota sagantaa kana irratti argaman jidduu Ustaaz Sadiq Ahmad (Abuu Haydar) fi Ustaaz Muhammad Musxafaa jiraatuun beekameera.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button