header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sagantaan Da’awaa fi Du’aa’ii guddaan Magaalaa Gidaamiitti geggeeffame

Godina Qeellam Wallagga magaalaa Gidaamiitti guyyaa hardhaa haala nageenya yeroo ammaa biyyaatti Keessa jiru ilaalchisee sagantaan Da’awaa fi Du’aa’ii guddaan kan geggeefame tahuu odeeyfannoon ni mul’isa. Keessumattuu wal dhabbii qaamota nageenyaa kan mootummaa fi garee hidhattoota ABO shanee jiddutti muldhataa jiruun wal qabatee nageenyi boorahe akka tasgabbaahu Rabbiin kadhatuuf tahuu odeeyfannoo ni addeessa.
Sagantaan kun Koree masjiidota aanaa Gidaamii keessa jiraniin kan qophaa’e yoo tahu, imaamonni masjiidota aanichaa argamuun ummataaf dhaamsa dabarsuun beekkameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button