Odeeyfannoo

Koreen Qindeessituu Sagantaa Eebba TV Nuuralhudaa Magaalaa Riyaad Qophii isaa xumuree jira

Sagantaa Eebba TV Nuuralhudaa Sa’uudii magaalaa Riyaaditti Jum’aa dhuftu (February 1/2019) geggeeffamuuf karoorfameef, qophiin barbaachisu hundi xumuramuu Koreen qindeessituu sagantaa kanaa ibse. Sagantaa kana qophiiwwan bashannanaa adda addaa, akkasumas sagantaa Muhaadaraa Ulamaa’ota biyya keenyaa iddoo gara-garaa irraa affeeramaniin dhihaatu kan qabu tahuu ibsame.
Keessummoota Sagantaa kana irratti hirmaatuuf iddoo gara-garaa irraa dhufaniifis rakkoon geejjibaa akka hin muudanne Koreen haala mijeessu hundeeffamee jira.
Koree dhimma geejjibaa haala mijeessuuf hundeeffame qunnamuuf lakkoofsa arman gadii irratti bilbiluun qunnamuu dandeessu.

STC/ SAWA
0555304551, 0508976402, 0534686837,0530821366
ZAIN
0594293385,058335250,0580015054

GUYYAAN: Gurraandhala (February) 01/2019 ALMiilaadiyaa / Jimaadul Awwal 26/1440 Hijraa, guyyaan jimaata galgala.
IDDOON: Karaa Daa’irii Dhihaa, Waajjira STC dura Masaraa NISFAL-QAMAR
Sagantaan Eebbaa: Salaata Magribaa irraa eegala
Dubartootaaf iddoo mijataa fi sagantaalee adda addaa ni qabna.

Odeeffannoo dabalataa; 055-565 2954/ 059-833 5250/ 059-399 5043/ 053-208 6599/ 050-635 9753/ 055-530 4551
KOREE QINDEESSITUU SAGANTAA EEBBA TV NuuralHudaa MAGAALAA RIYAAD

Comment

Related Articles

Back to top button