Dhaabbanni Feesbuuk jiddu gala gamaaggama qabiyyee jalqabaa Keeniyaatti banuuf akka tahe beeksise

Dhaabbanni Feesbuuk biyyoota Afrikaa Saharaa gadi jiran keessatti yeroo duraatiif jiddu gala gamaggama qabiyyee (Content Review) Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessatti banuuf qophii xumuruu beeksise. Jiddu galli kun qabiyyee ergaa fayyadamtoonni feesbuukii dabarsan gamaaggamuu dabalatee, tajaajila fayyadamtoota naannichaa fi dhaabbaticha wal qunnamsiisan kanneen birootis kan kennu tahuu gabaafame.
Dhaabbatichi akka jedhutti, jiddu galli kun maamiloonni isaa naannicha keessa jiran teeknoolojii Feesbuuk soda nageenyaa fi rakkoo tokko malee yaada isaanii fi ergaa isaanii karaa bilisa ta’een akka dabarfatan kan gargaaru ta’uu beeksise.
Haaluma kanaan xumura bara kanaa irratti jiddu galichi naannichatti ogeeyyota 100 ol kan qaxaru ta’uu ibse. Jiddu gala kanattis afaanonni tajaajila irra oolaan; Afaan Oromoo, Afaan Somaalee, Afaan Hawusaa fi Afaan Siwaahilii dabalatee afaanonni biroo heddu kan keessatti argaman tahuu gabaafame.
baromsa gari isiniraa barata jiraa jabadhaa
barumsa bareeda heddu gaari tahe dabarsa jirtanii galatoma jzkllh kheran
جزاك الله خير الجزاء
baruumsa gaari isini irraa argaataa jirra akkasumatti itti jabaadhaa
00966591289252,
Hamad
Hamad
Hamad
hayat jamaal 7755
hayat jamaal
18,000
As wr wb
masha allah
isin jalanna isin cinaa jirra
nuuf jiradha baay’e isiin jalana
Rabbiin olta’e isin hagargaaru jerri radio nuural hudaa hundi keessan
Rabbiin olta’e isin hagargaaru jerri radio nuural hudaa hundi keessanoo
Rabbiin olta’e isin hagargaaru
Isiin jalanaa. nuuf jiradhaa .
Isiin jalanaa. nuuf jiradhaa .