OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Magaalaa Kalalaatti Sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame
Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa magaalaa Kalalaatti sagantaan Da’awaa guddaan kan geggeeffame yoo ta’u, keessummoonni iddoo gara garaa irraa dhufan fi hawaasni muslimaa lakkoofsaan heddu ta’e kan irratti hirmaate tahuu gabaafame.
Kaayyoon sagantaa kanaa Masjiida fi wiirtuu Hifzii Qur’aanaa Bilaaliif galii walitti qabuuf tahuus beekameera.
Alaahamaduliila
As,Wr,wb Nuuralhuudaan ijaafi gurra keenya .Alhamdulillaahi……
Mashallah jiradha jirugarii tan kheyrii
mee bakumajiratanii du.aai nufgodhaa
italagarii ilmanifa madarasatatuu hadha
garii isnif rabbiin halatu nukadhamee
jzk
As wr wb rabbin umrii isnifi hadheresuu
bekoomsaratii bekomsa isnif hakenu
jazakesanii janatulfurdosii
hedduu waan gaarii nuuf dhalessa jirtu,irraahis barachaa jirra galata guddaa nu biraa qabdu rabbiin mindaa kessan jannatal firdows isiniif haagodhu
انا من قبيلة أوروموا التي تعيش ÙÙŠ جمهورية جيبوتي Ùˆ الØمد الله إستÙدت كثيرا من متابعتي لقناة نور الهدى
ماشاء الله انا اØد متابعي قناة نور الهدى انا اعيش ÙÙŠ جمهورية جيبوتي Ùˆ لكن انا من اصل اثيوبية اسئلة الله لكم التوÙيق Ùˆ السداد ÙÙŠ الدارين Ùˆ كان الله ÙÙŠ عونكم
السلام عليكم ورØمة الله وبركاته
rabbin fayyu guutu umrii dheertu jalasitti ammo maqaama saabareeda keesaa isin haaqubsiisu
masha Allah masha Allah waan nama gamachisa ti rabbin isaan hagargaaru