header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Prezdaantiin Suudaan Umar Al ““Bashiir mootummaa biyyattii diiguu beeksise

Prezdaant Albashiir har’aa irraa jalqabe mootummaan Federaalaa fi bulchiinsi naannolee diigamuu fi guutuu biyyattii keessatti labsiin yeroo muddamaa kan bahe tahuu labse. Dabalataanis mootummaan federaalaa fi bulchiinsi naannolee kallaattiidhaan too’annaa prezdaantichaa jala akka turanii fi mootummaa ce’umsaa hundeessuuf paartiilee siyaasaa Suudaanif waamichi kan dabre tahuu Aljaziiraan gabaase.

Suudaan mormii qaala’iinsa jireenyaatiin wal qabate irraa ka’een raafamaa turuun ni beekama.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button