header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Prezdaantiin Nannoo Amaaraa Obbo Gadduu Andaargaachaw taayitaa gad lakkise

Manni marii naannoo Amaaraa walgahii idilee geggeessaa kan ture yoo tahu, Jum’aa har’aa xumura wal gahii mana marichaa irratti  iyyannoo prezdaantiin naannichaa  obbo Gadduu Andargaachawu taayiyaa gad lakkisuuf dhiheeffate kan raggaasise tahu gabaafame.

Haaluma kanaan manni marii naannichaa Dr Ambaachawu Makonnin prezdaantii godhuun kan muude tahuun beekamee jira.

Obbo Gadduun sababni taayitaa gad lakkiseef wanti beekame hin jiru.

 

Prezdaantii Amaaraa2

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button