header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Breaking

Dr Warqinah Gabayyoo Daayrektara ol’aanaa Waajjiira Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Naayiroobitti argamuu tahuun muudame

Barreessan UN Antooniyoo Gutaareez Ministeera Haajaa alaa Ityoophiyaa Dr Warqinah Gabayyoo sadarkaa gargaaraa barreessaa dhaabbata mootummoota gamtoomanitti , daayirektara Waajjiira dhaabbatichaa Magaalaa Naayiroobiitti argamuu godhuun muude.

Dr. Warqinah Gabayyoo bara 2016 hanga ammatti, Ministeera haajaa alaa Ityoophiyaa, bara 2013-2016 Ministeera Traanispoortii, 2001-2012 komishiinara komishiinii poolisii Federaalaa fi akkasumas sadarkaa naannoottis iddoo adda addaatti hogganaa kan ture tahuun ni beekama.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button