header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Godina Arsii magaalaa Colleetti sagantaan muhaadaraa guddaan geggeeffame

Sagantaa muhaadaraa guddaa guyyaa hardhaa magaalaa Colleetti geggeeffame kana irratti, keessumoonni iddoo gara garaa irraa affeeraman kan argaman tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

Kaayyoon sagantaa kanaa magaalattii keessatti Madrasaa ijaaruudhaaf galii walitti qabuu yoo tahu, hawaasni muslimaa naannichaa deeggarsa maallaqa fi beeyladaa kan kenne tahuus beekameera.

Keessummoota sagantaa muhaadaraa kana irratti argaman jidduu:

Sheik Hajjii Ibraahim Finfinnee irraa

Dr. Muhammad Kamaal Tilmoo Adamaa irraa

Munshid Anas Muhammad Dirree Dhawaa irraa dhufuun sagantaa kana irratti kan hirmaatan tahuu gabaafame.
#Sagantaa_Muhaadaraa #Collee

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button