header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Ijaarsa Kolleejii Islaamaa Magaalaa Mattuutiif birriin 15,000,000 ol walitti qabamuu gabaafame

Guyyaa kaleessaa godina Iluu Abbaa Boor magaalaa Mattuutti ijaarsa Kolleejii Islaamaa magaalaa Mattuu xumursiisuuf sagantaa galii walitti qabuuf geggeeffame irratti, Ulamaa’onni, Ustaazoonni, Abbootiin qabeenyaa fi hawaasni muslimaa lakkoofsaan guddaa ta’e argamuun gumaata kan godhan tahuu gabaafame.

 

Haaluma kanaan gumaata maallaqaa fi bifaa adda addaatiin battalatti  kennamee fi waadaa galame dabalatee, walumaa galattti birriin 15,000,000 ol kan argame tahuun beekameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button