header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

“‹”‹Balaa Bubbee Mozaambikitti muudateen lubbuun namoota 1000 ol dabruu gabaafame

Mozaambik khamiisa darbe irraa kaasee Hobomboleettii Idai jedhamtu, kan sa’aa tokko keessatti kiloomeetira 177 saffistuun dhahamaa jirti. Prezdaantii biyyattii Filipe Nyuse, ibsa guyyaa hardhaa miidiyaaf kenne irratti, balaa bubbee fi lolaa muudate kana hordofuun Lakkoofsi namoota du’anii 1000 ni gaha jedhe.

Waldaan Fannoo Diimaa biyyattii immoo maagaalaa Baayiraa jedhamtu keessaatti miidhaan guddaan dhaqqabuu ibse.

2 Comments

  1. as wr wb mashaa Allah heddu heddun isinirra gammadee jiraa garuu silaa fatwaa online nurraa fuutanii ykn silkiin dhaan nurra fuutan bareeda turee more garuu rabbiin sajaa teysan isiniif haa khafaluu wlh heddu hedduun isinirra gammadee qalbirrahin gammadee waniin ji’uu hin beekhu yaadan nubira jiraadha mee rabbin isin bira haa jiraatuu ifduuba hin deebi’inaan ja’aa galatooma ikhwaanii fillahaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button