header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Godina Wallagga Lixaa aanaa Najjootti namoonni 5 humnoota hidhattootaan ajjeefamuu gabaafame

Biiroon dhimmoota Kominikeeshiinii Oromiyaa ibsa baaseen, namoonni shanan har’a Bittoteessa 10, 2011 ganama naannoo sa’aa 1:30tti ganda Humna Waaqayyoo jedhamuu keessatti kan ajjeefaman tahuu beeksise.

Namoota ajjeefaman jidduu 3 lammiilee Ityoophiyaa yoo ta’an, 2 ammoo lammiilee biyya alaa tahuu ibsame. Haata’u malee ajjeechaa kana eennu akka raawwate wanti ibsame hin jiru.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button