OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Sagantaan Eebba TV Hamiltan magaalaa Harariitti geggeeffame

Sagantaa eebbaa kana irratti Ualamaa’ota gurguddoo biyya keenyaa fi hundeessitoota TV Hamiltan dabalatee keessummoonni heddu, akkasumas hawaasni muslimaa magaalaa Hararii fi naannawa isii lakkoofsaan guddaa ta’e argamee jira.
Keeysummoota sagantaa kana irratti argaman jidduu:
Sheikh Hajjii Ibraahiim
Sheikh Aadam Tuulaa
Sheikh Amiin Ibroo
Dr. Muhammad Saalih
Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa
Ustaaz Ahmaddiin Jabal
Ustaaz Kaamil Shamsuu
Ustaaz Qamar Huseen
Ustaaz Jamaal Aliiyyii fi keeysummoonni biroo hedduun jiraatuu beekameera.
Haaluma wal fakkaatuun guyyaa boruutis magaalaa Shaashamanneetti sagantaa eebba TV Nuuralhudaa ni geggeeffama.