header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Magaalaa Beegiitti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame

Godina Wallagga Lixaa magaalaa Beegiitti Sagantaan Muhaadaraa guddaan kan geggeeffame yoo ta’u, kaayyoon sagantaa kanaa Madrasaa Fathi kan barattoota 450 kutaa 1-5tti simatee barsiisaa ture, gara mana barumsa sadarkaa lammaffaa fi qophaa’ina qabuutti ol guddisuuf galii walitti qabuuf kan qophaa’e ta’uu odeeyfannoon ni addeessa.

Sagantaa kana irratti ulamaa’onni naannawa sanii, Ustaazonni fi hawaasni Muslimaa argamuun deeggarsa kan godhan tahus beekameera.

Begii2

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button