Markazni Fathi kan godina Wallaggaa Lixaa magaalaa Gimbiitti argamu, barattoota Hifzii Qur’aanaatiin waggaa lamaaf barsiisaa ture bifa hoo’aa ta’een galma bulchiinsa magaalaa Gimbiitti eebbisiise.
Related Posts
Barattoota guyyaa har’aa eebbifaman jidduu 15 dubartoota ta’uu odeeyfannoon ni addeessa.