header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Caffeen Oromiyaa wal gahii ariifachiisaa geggeessaa jira

Caffeen Oromiyaa har’a waaree booda wal gahii ariifachiisaa kan geggessaa jiru yoo tahu, manni marichaa wal gahii kanaan Prezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ni muuda jedhamee eeggama.

Wal ga’ii Paarlaamaa Federaalaa ganama har’aa geggeffameen, Prezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa ta’uun muudamuu ni beekkama.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button