header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Barattoonni mana barumsa Jeneraal Waaqoo Guutuu jumlaan dhukkubsatanii kan yaalamaa jiran tahuu beekame

Baratto

onni Mana Barumsa Jeneraal Waaqoo Guutuu kan magaalaa Finfinnee naannawa Beetalitti argamuu jumlaan dhukkubsatanii manneen yaalaa naannichaatti kan yaalamaa jiran tahuu odeeyfannoon arganne ni addeessa. Sababni balaa kanaa maal akka tahe hanga ammaatti kan hin beekamin tahus, barattoonni kunniin summaayuu akka hin oolle maddeen gabaasan.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button