header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Konfiransiin Islaamaa guddaan Magaalaa Naqmteetti haala ho’aa taheen geggeeffamaa jira

Kaayyoon konfiransii kanaa Yunivarsiitii Islaamaa Wallaggaa ijaaramaa jiruuf galii walitti qabuu yoo tahu, ulamaa’onni fi ustaazonni akkasumasa hawaasni muslimaa magaalaa Naqamtee fi naannawa isii lakkoofsaan guddaa tahe konfiransicha irratti kan argame tahuun beekameera. Dr Jeylaan Khadiir fi Ustaaz Kaamil Shamsuu dabalatee keessummoonni heddu konfiransii kana irratti kan argaman tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button