OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Korri Ulamaa’otaa milkiin xumurame
Korri ulamaa’otaa koree jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaatiin har’a magaalaa Finfinnee hoteela Sharaatan keessatti geggeeffame milkiin xumurame.
Sanadiin koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaa qopheesse, deeggarsa hirmaattota koraa harka caalu argachuun ragga’e. Haaluma kanaan Boordiin Majliisa ce’umsaa hujii itti aanu raawwachiisu filatamee jira.
ALLAAHU AKBAR! ALLAAHU AKBAR! ALLAAHU AKBAR!
Masha Allah Masha Allah
MashaAllaahii AllhuAkubaar wan bayyee daasiijedhu namaa gamachiisaa inshAllaahii nasriin Kan islaamaatii rabbiin umrii isaanii nufii,haadheerasutii Bayyeen gamaadeeraa kanaafuu nujiraadhaa olaabulaa Sinii jechatii As wr wb
Mashaa Allah alhaamaduliilhi Rabbiil amiiiiiiiiiiiiin Allahu akbar alhaamaduliilhi
Allahu Akbar Allahu Akbar Allahu Akbar Alhamdulillah yaa rabbi garu live maafi hin agarisifne
Allahu Akubar
Allahu Akubarâ˜â˜â˜ðŸ‘ðŸ‘ðŸ‘ðŸ‘
Alahmdulilaah