header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Korri Ulamaa’otaa milkiin xumurame

Korri Ulamaa’otaa  har’a Ebla 23/2019 magaalaa Finfinnee hoteela Sharaatanitti geggeeffame milkiin xumurame. Korri seena qabeessi kun miseensota mana maree ulamaa’otaa akkasumas boordii hujii raawwachiiftuu muudee jira. Manni marii ulamaa’otaa miseensota 33 qabu Muftii Haaj Umar Idriis kan hogganan yoo tahu, ulamaa’otaa Mazhaba hunda hordofan fi ulamaa’ota naannolee hunda irraa dhufan kan of keesatti hammate tahuun beekamee jira.

 

Boordiin hujii raawwachiiftuu mana marii ulamaa’otaatiin hogganamu ammoo hayyoota 7 kan hammate yoo tahu, hujii caasaa majlisaa fooyyessuu ogummaan kan deeggaran taha.

 

Miseensota Mana Marii Ulamaa’otaa kan ce’umsaa:

1/ Muftii Sheik Umar Idriis

2/Sheik Aadam Muhammad Alii

3/ Sheik Abdulhamiid Zeeynuu Khadiir

4/ Sheikh Muhammad Awwal
5/ Sheikh Ahmad Muhammad Alii
6/ Sheikh Qaasim Muhammad Taajuddiin
7/ Sheikh Ahmad Awwaluu
8/ Sheikh Muhammad Siraaj

9/ Sheikh Mannulkariim Rashiid
10/ Dr. Jeeylaan Galataa
11/ Sheikh Muhammad Ahmad Yaasiin
12/ Dr. Jeylaan Khadiir
13/ Sheik Hajjii Ibraahim Tufaa
14/ Sheikh Misbaah Abdurrahmaan
15/ Sheikh Abdul’aziiz Sheikh AbdulWaliyyi
16/ Sheikh Muhammad Haamiddiin
17/ Sheikh Abdussalaam Anwaar
18/ Dr. Muhammad Huseen
19/ Sheikh Amiin Ibroo
20/ Sheikh Hizbullaah Muhammad Amiin
21/ Sheikh Sa’iid Ahmad Musxafaa
22/ Sheikh Almardii Abdallaah
23/ Sheikh Abdulkariim Badraddiin
24/ Sheikh Abaa Al-Shadir
25/ Sheikh Ahmad Muhammad Shariif
26/ Sheikh Muhammad Amiin Ayaash keessatti argamu.

  1. Miseensonni Boordii Hayyootaa haarata filataman:
    .
    1/ Prof. Muhammad Abdoo- Yuniversiitii Finfinnee irraa
    2/ Dr. Muhammad Sa’id – Yuniversiitii Finfinnee irraa
    3/ Obbo Nuraddiin Daliil
    4/ Ustaaz Abraar Shifaa
    5/ Obbo Kamaal Haaruun
    6/ Dr. Jamaal Muhammad

7/ Dr. Anwaar Musxafaa tahuun filataman.

 

 

Xumura kora kanaa irratti prezdaantiin Majlisaa duraanii Sheik Muhammad Amiin Jamaal majliisa boordii haaraya hundeeffameef dabarsuu isuun, badii dalageef ummanni dhiifama akka godhuuf gaafatee jira.

7 Comments

  1. Maashaa allaah.Soora qalbii muslimaa,kanacaalaa Sirraa eeggannna Taateewwan Amantiifi Addunyaa guutuu.warren isa keessa hojjatanis Rabbin jannata keessatti Ollaa Rasuulaa (S. A. W) isin haagodhu.

  2. الحمد لله على نعمته الظاهرة والباطنة hedduu gammanne Baga gammaddan Rabbiin isin wajji haa tahu ammallee

  3. الحمد لله على نعمته الظاهرة والباطنة hedduu gammanne Baga gammaddan Rabbiin isin wajji haa tahu ammallee

  4. اللهم لك الحمد كما ينبغي لجلال وجهك وعظيم سلطانك اللهم لك الحمد حمدا كثيرا طيبا مباركا فيك الحمد لله رب العالمين الحمد لله رب العالمين الحمد لله ثم الحمد لله bayyee Nama gammachisa

  5. اللهم لك الحمد كما ينبغي لجلال وجهك وعظيم سلطانك اللهم لك الحمد حمدا كثيرا طيبا مباركا فيك الحمد لله رب العالمين الحمد لله رب العالمين الحمد لله ثم الحمد لله

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button