header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Madrasaan Al Aqsaa kan magaalaa Adaamaatti argamu barattoota barsiisaa ture eebbisiise

Magaalaa Adaamaa ganda 03tti kan argamu Madrasaan Al Aqsaa guyyaa hardhaa barattoota waggaa tokkoof barsiisaa ture bifa ho’aan eebbisiisa jira.

Barattoonni mana barumsa kanatti barataa jiran walumaa galatti 270 yoo tahan, isaan jidduu 20 hifzii Qur’aanaatiin kan eebbifaman tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

Comment

Back to top button