Waajjirri ministeera Haajaa Alaa Ityoophiyaa akka beeksisetti, namoonni baatii kabajamaa Ramadaanaa sababeeffachuun dhiifamni godhameefii gadi lakkifaman, kanneen adabbiin waggoota dheeraa irratti murtaa’ee ture tahuu ibse. Dabalataanis mootummaan Sa’uudii lammiilee Ityoophiyaa manneen hidhaa biyyattii keessatti hafaniifis, yeroo murtii adabbii isaanii 75%’n hir’isuuf waada kan gale tahuu ibsi ministeera haajaa alaa ni addeessa.
Related Posts
Haaluma kaanaan namoota hidhaa irraa gad lakkifaman jidduu 300 har’a gara biyyaa ni deebi’u jedhamee eeggama.